Kaadireen OPDO (Bilxiginnaa) boqochuu obboleessa keenya Tasfaayee (Gadaa) G/Abitti akka gammadan argaa jirra.

Tags :

#Hojii og-barruu isaan akkaan kan beekamu Tasfaayeen #A.L.I Hagayya 22 bara 1960 maatii lammii Eertiraa ta'an irraa magaalaa Bishooftuutti dhalate. Maatiin isaa Eertiraa ta'anillee daangaa Eertiraa irraa gara Itoophiyaa giddu gala biyyaa imaluun magaalaa Bishooftuu buufatanii ijoollees achitti horan. Tasfaayeen yaadaa fi qalbiin isaa gara hojii og-barruu waan tureef umrii ijoollummaasaarraa eegalee barreessitoota hangafaa Itoophiyaa hedduu waliin michummaa cimaa qabaachaa akka turetu himama. Tibba aangoon Dargii obba'uurra ga'e keessa raayyaa waraanaatti seenuun leenjii erga fudhatee booda osoo baay'ee hin turin mootummaan humna waraanaan bulchu(Dargiin) waan kufeef #ADWUI waliin deebi'ee magaalaa Finfinnee galee hojii gaazexeessummaan tajaajilaa ture. Magaalaa keessatti dhalatee fi uummata Oromoof jaalala addaa akka qabu kan himu Tasfaayeen sirna moggaasaatiin Oromoomee #maqaan Gadaa jedhu kennamuufi Himan #Hojii og-barruu isaan akkaan kan beekamu Tasfaayeen #A.L.I Hagayya 22 bara 1960 maatii lammii Eertiraa ta'an irraa magaalaa Bishooftuutti dhalate. Maatiin isaa Eertiraa ta'anillee daangaa Eertiraa irraa gara Itoophiyaa giddu gala biyyaa imaluun magaalaa Bishooftuu buufatanii ijoollees achitti horan. Tasfaayeen yaadaa fi qalbiin isaa gara hojii og-barruu waan tureef umrii ijoollummaasaarraa eegalee barreessitoota hangafaa Itoophiyaa hedduu waliin michummaa cimaa qabaachaa akka turetu himama. Tibba aangoon Dargii obba'uurra ga'e keessa raayyaa waraanaatti seenuun leenjii erga fudhatee booda osoo baay'ee hin turin mootummaan humna waraanaan bulchu(Dargiin) waan kufeef #ADWUI waliin deebi'ee magaalaa Finfinnee galee hojii gaazexeessummaan tajaajilaa ture. Magaalaa keessatti dhalatee fi uummata Oromoof jaalala addaa akka qabu kan himu Tasfaayeen sirna moggaasaatiin Oromoomee #maqaan Gadaa jedhu kennamuufi Himan #Hojii og-barruu isaan akkaan kan beekamu Tasfaayeen #A.L.I Hagayya 22 bara 1960 maatii lammii Eertiraa ta'an irraa magaalaa Bishooftuutti dhalate. Maatiin isaa Eertiraa ta'anillee daangaa Eertiraa irraa gara Itoophiyaa giddu gala biyyaa imaluun magaalaa Bishooftuu buufatanii ijoollees achitti horan. Tasfaayeen yaadaa fi qalbiin isaa gara hojii og-barruu waan tureef umrii ijoollummaasaarraa eegalee barreessitoota hangafaa Itoophiyaa hedduu waliin michummaa cimaa qabaachaa akka turetu himama. Tibba aangoon Dargii obba'uurra ga'e keessa raayyaa waraanaatti seenuun leenjii erga fudhatee booda osoo baay'ee hin turin mootummaan humna waraanaan bulchu(Dargiin) waan kufeef #ADWUI waliin deebi'ee magaalaa Finfinnee galee hojii gaazexeessummaan tajaajilaa ture. Magaalaa keessatti dhalatee fi uummata Oromoof jaalala addaa akka qabu kan himu Tasfaayeen sirna moggaasaatiin Oromoomee #maqaan Gadaa jedhu kennamuufi Himan

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution—do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map
Enquire Now
×

Leave Your Message

If you have any questions about the products/services we provide simply use the form below.

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;