jal marroon maliif qawwee kaase?

Tags :

#Maaliif sibiila filanne? ------------------------------------ Waajjirri dhaaba siyaasa Oromoo hundi caccamsamee saamamuun samsameera. Miseensoonni dhaaba siyaasa mormituu Oromoo hundi hidhaa jiru. Gurmaa'anii waa'ee Oromoo mariichuu ta'ee dubbachuub yakka guddaa ta'eera. Afaan Oromoo fi aadaan isaa luugamamaa dha. Alaabaan Oromoo dachee Oromoo irratti akka hin mirmirfamne dhorkamaa dha. Wanta Oromoo calaqisiisu gochuun nama hiisisa ykn ammoo lubbuu nama kaffalchiisa. Kitaaba barreessuu #huccuu aadaa ofii uffachuu #sirba aadaa ofii sirbuu #fiilmii afaan oromoon hojjechuun hundi ' shanee' nama jechisiisa. Faaruu alaabaas ta'e kan dachee Oromiyaaf godhamu hin jiru. Miidiyaa Oromoon qabu hundi dachee Oromiyaa keessatti dalaguu hin dandahu. Qabeenya Oromoon qabu hundi saamama jira. Diinonni keenya garuu lafa uumaman nuuf kennamerratti ragadu. Bara wayyaaneen olii siidaa aksumtu birrii biiliyoonaan akka biyyaa alaa galu godhame. Bara Ama**rrii olii shurruubaa namaatu qabeenyi biyyaa irratti dhangala'uun biyya alaa galfama. Bara Oromoon ol jedhu fiduuf; sibiilli mala dorgomaa gita hin qabneeti. Sababa sibila kaafneef qabna. Jajjabee tumsi! #Oromoo qaanii jalaa haa baafnu. #Jajjabee duraatti.

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution—do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map
Enquire Now
×

Leave Your Message

If you have any questions about the products/services we provide simply use the form below.

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;