Dhaamsa Bara Haaraa fi Amajjii 1 Guyyaa WBO Ajajaa Olaanaa ABO-WBO Mudde 31, 2021

Tags :

#Dhaamsa Bara Haaraa fi Amajjii 1 Guyyaa WBO Ajajaa Olaanaa ABO-WBO Mudde 31 #2021 Miseensota ABO-WBO kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo dirqama duraa godhattanii falmaa hadhaawaa irra jirtan; Waraana Bilisummaa Oromoo Hawwii Saba guddaa dhugoomsuuf wareega qaalii baasaa jirtan; Qeerroo fi Qarree Oromoo #Sirnaa fi Diina Oromoo irratti warraaqsa gaggeessuun #mirga uummata keenyaaf falmaa hadhaawaa fi boonsaa cichoominaan gaggeessaa jirtan; Uummata Oromoo #hojjettoota #barsiistota #daldaltoota #ogeeyyii fayyaa fi qonnaa #hojii tajaajila sabaa irratti hirmaattanii jirtan marti #kan sirna gabrummaa hadheeffachuun haqaa fi of-irratti hirkannoon qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuuf hojjettan; Akkasumas tumsitootaa fi deggartoota qabsoo cunqurfamtoota Impaayera Itoophiyaa maraaf; Baga bara haaraa kan 2022 tiin isin gahe. Barri haaraan kunis bara uummatni Oromoo diina isaa of irraa kaasee bilisummaa fi walabummaa isaa itti goonfatu akka ta'u #akkasumas diinni ummattoota cunqurfamoo irratti roorrisaa jiru bakkaa kaee #hawwii fi fedhiin ummattootaa itti guutamu akka ta'u ABO-WBOn ni hawwa. Waan bara dhufu keessatti raawwatamu aggaamuuf #fedhii fi hawwii uummata qabsoofnuuf furuuf; dhimmoota bara darbe keessa raawwataman ilaaluun fardii dha. Bara 2021 keessa haala qabsoon keenyi keessa ture #haala uummata keenyaa fi haala diinaa wal yaadachiisuun eegalla. Guyyaa uummatni Oromoo gabrummaa jalatti kufee irraa eegalee saamtoti Impaayera Itoophiyaa maqaa mootummaa qaban #sirnoota cunqursaa diriirsanii #uummata Oromoo irraan miidhaa irraan ga'uunii fi mirga uumaa fi seeraan qabu sarbuu malee #uummata Oromoo akka uummataatti ilaalanii mirga isaa kabajuuf fedhii agarsiisan hin mulatne. Saamtotni kun akkaataa itti qabeenya uummata Oromoo fi uummattoota cunqurfamoo saaman #uummata Oromoo fi saboota cunqurfamoo itti hamilee cabsuun bittaa jala turfatan mala dhahaa jiraatan. Addatti ammoo saamtotni sirna PP Impaayera Itoophiyaa uummata humnaan bituuf murteeffatee asitti gochaalee sukkanee

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution—do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map
Enquire Now
×

Leave Your Message

If you have any questions about the products/services we provide simply use the form below.

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;