Guyyaa gootichaaf

Tags :

#Gootummaaf sabbonumaa waraana bilisummaa oromoo. Waraanni bilisummaa oromoo wbon #Gootummaaf sabbonummaaa adda qaba. Nama tokko sabbona /sabbontu kan jedhamu yoo maal qabate. Sabbonummaa jechun nama saban boonu ykn saban bontu.ha jennu Garu mo sabbonummaan. Nama sabaf jiratu.Kan saba isaa lelliisu Ykn  leellistu.Nama saban boonudha.Waraanni bilisummaa oromoos saba isaan boona #saba isaaf booya. Gotummaan sabbonumaa waan hojjaatan irraati xiyyeefata Kesumaa sabaa ofiif. Sabbonummaan Dhugaa mirgaaf biyyaa ofiif uf irraatti irkanoodha qabsayu fi saba ofiif waregama kafalu gaafata.Sabbonummaan inni duraa saba ofiif dorgoof dongoo malee of irraattii irkanodhan mirgaaf biyyaa ofiif qabsayuutu sabbonummaadha. FAKKEENYAAF>>   waraannii bilisummaa oromoo of irraattii irkanoodhan mirgaaf biyyaa ofiif kafaaltii tokko malee falmuu fi waregama bara baraan baasa  har'a gaheef gotummaaf sabbonummaan isaan irraa mul'ata. "gotummaan"  gotummaan soda male mirgaaf biyyaa ofiif lubbuu  debisa qabnee  biyyaa ofii falmuu fi qabsoo qaama.yaadaf qabenyan qabsayu gaafata kana kessaattii waraannii bilisummaa oromoo sadarka olaana irraatti argama. goota gotummaaf saba isaa irraa calanqisu jiruudha wbon.Waraanii bilisummaa oromo kafaalti tokko male dadhabe oso hin jenne arsaa qaama qalbii baasu irraa dabree halkani guyyaa waregama kafala falma hadhawa godha jiraa wbon. Kana kessaattii . Waraannii bilisummaa oromoo wbon  Biyyaa isaa oromiyaaf ummaata isaa oromoof lubbuu ofii dhabama godhu filate jal qaba hangaa har'aati jechun hundeffaama  isaa 1974 irraa kaase hangaa har'ati qabsoo haqaa bilisummaa sabaa isaaf ciichee kan argamu wbon #wardiyaa oromoof oromiyaa tahee har'aas waregama kafala jiraa. WBOn hogganummaa isaa oso hin qusaatin oromoof oromiyaaf waregama qaali baasa sabaa isaaf lubbuu ofi kennee mirgaa oromoof biyyaa isaa oromiyaa  kabachisuu irraatti qabsoo hadhooftutti kan  jiruudha wbon. waraannii bilisummaa oromo wbon arsaa gati qabessaa kafalun saba oromoof biyyaa isaa oromiyaaf wabii har'aaf borii tahee ammaas falmaa irraa hin deebine irraattii argama jira wbon. Waraannii bilisumma oromo wbon qabsoo waggota dheeraan booda moggaasa maqaa biyyaa abbaa isaa raggaasise #Malummaa oromoof #sabbonummaa oromoof #gotummaa saba oromoo naf*xanyatti garsisee #ilman nafxanyaa riifaasise saba oromoo abdii itti horee qerroo oromo qabsoo hidhannootti hirmachise diinaatti gaddaf gadadoo horuun har'aas injifannoo boonsarraatti argama waraannii bilisummaa oromoo wbon. Kana kessaattii bu'aa bayyii bayyee kessaa qaxxamuurus gufuuf gufaata isaa mudatan hundaa obsaan dandaye #kan madawe wal'anacha #kan du'ee allawacha #gaddaaf gammachu hundaa saba Isaaf jedhe obsa kan har'a gaheedha wbon. waraannii bilisummaa oromoo wbon arsaa barbachisu hundaa kafalun jirachu saba oromoof ufii baddaaf gammajjii oromoof oromiyaa kessaa labuun qabsoo waregama qaali nama gaafatun hacuccaa sirnaa nafxanyaaf qolachuun halkani guyyaa waregama kafalun milka'inna saba kenyaaf abjuu saba oromoo dhugoomsuu kessaaatti  har'as qabsoo bilisummaa oromoo kan adda bilisummaa oromoo ABO-WBOn hoggaanamun qabsooti jiraa waraannii bilisummaa oromoo wbon. waraanni bilisumma oromoo wbon.Ummaata oromoof addaati sabaf sab-lammii oromoof oromiyaa kessaa jiraanif sagale tahaa.Warraaqsa qabsoo oromoos shooraa oolaati ceesise hawasaa oromoo siyaasaf qabsoo diplomacy siin ijaare  saba isaa humnessee qabsoo fincila xumura qabrummaaf qabsoo afaan qawwee waal simsee har'a shira ilmaan naf*xanyaa hundeen raase diina taa'uf ka'u dhowwe kessaatti argama waraannii bilisummaa oromoo wbon. Waraannii bilisummaa oromo wbon. qabsoo bilisummaa oromoo Kallaattiin geggeessaa kan jiruuf hawasaa biyyaattiif sabaaf sab-lammota oromoof oromiyaa kessaa jiraanis kan hawaatedha Qabsoon warana bilisummaa oromoo wbon. Horaa bulaa debana. Sabaa Ofii Abdii bilisummaa OLF. Dubbisuu kessaanif gaalatoma. ___________________________________

This site was designed with Websites.co.in - Website Builder

IMPORTANT NOTICE
DISCLAIMER

This website was created by a user of Websites.co.in, a free instant website builder. Websites.co.in does NOT endorse, verify, or guarantee the accuracy, safety, or legality of this site's content, products, or services. Always exercise caution—do not share sensitive data or make payments without independent verification. Report suspicious activity by clicking the report abuse below.

WhatsApp Google Map
Enquire Now
×

Leave Your Message

If you have any questions about the products/services we provide simply use the form below.

Safety and Abuse Reporting

Thanks for being awesome!

We appreciate you contacting us. Our support will get back in touch with you soon!

Have a great day!

Are you sure you want to report abuse against this website?

Please note that your query will be processed only if we find it relevant. Rest all requests will be ignored. If you need help with the website, please login to your dashboard and connect to support

;